Tuuta Sammuun Gabroomee Barruun kuni Xiinxala Saayinsawaa Xiinsammuu Hawaasa Oromoo Tuuta Sammuun Gabroomee danqaraa hamtuu Qabsoo Bilisummaa Oromoo (QBO) mudatan qorata. Tuuti kun garee Oromootaa sammuun gabrooman, kan mirgaa fi eenyummaa isaatiif gatii hin kennine fi bu’aa dhuunfaatiif jecha diinaaf tajaajilu .Tuuta hamaa rakoowani ...